Maxxansa Qoʼannaa
FULBAANA 2023
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: SADAASA 6–MUDDEE 10, 2023
© 2023 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.
FAKKII QOLA ISAARRA JIRU:
Yihowaan murtii inni Filisxeemotarratti dabarse akka raawwachiisuuf Saamsoniif cimina kenneera (Mata duree qoʼannaa 37, keeyyata 15 ilaali)