LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w24 Fulbaana ful. 1-32
  • Maxxansa Qoʼannaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Qoʼannaa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
w24 Fulbaana ful. 1-32
Yesuus lafaa ol teessoorra ta⁠a⁠ʼee garee namootaa lama ilaalaa jira. Fakkiiwwan garaagaraa: Obboloonnii fi obboleettonni Yihowaa waaqeffachaa jiru. 1. Obboleettiin takka taableetii qabattee gara samiitti ol ilaalaa jirti. 2. Hiriyoonni ga⁠a⁠ʼelaa tokko Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jiru. 3. Obboloonnii fi obboleettonni hojii ijaarsaarratti hirmaachaa jiru. 4. Obboleessi mana hidhaa keessa jiru kadhannaa dhiheessaa jira. 5. Obboleettii maanguddoon takka walg⁠a⁠ʼiirratti deebii deebisaa jirti. 6. Obboleettiin hospitaala keessa ciistee jirtu takka narsii takkaaf tiraaktii kennaa jirti. 7. Abbaan tokko maatiisaa wajjin q⁠o⁠ʼachaa jira. Fakkiiwwan garaagaraa: Dhiirotaa fi dubartoota wanta qajeelfama Kitaaba Qulqulluu wajjin wal faalleessu gochaa jiran. 1. Namichi tokko mana qumaaraa keessatti kadhachaa jira. 2. Namichi tokko dubartii takka rukutaa jira. 3. Namoota aariidhaan hiriira b⁠a⁠ʼan. 4. Namichi shugguxii qabate tokko iddoo konkolaataa dhaaban keessatti dubartii takka hordofaa jira. 5. Qeesiin tokko loltootaaf kadhachaa jira. 6. Dubartiin takka qoricha sammuu hadoochu fudhachaa jirti.

Maxxansa Q⁠o⁠ʼannaa

FULBAANA 2024

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: SADAASA 11–MUDDEE 8, 2024

© 2024 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

Barreeffamni kun hin gurguramu. Barreeffamoota addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf qophaaʼan keessaa tokkodha. Hojiin kunis buusii namoonni fedhiidhaan kennaniin deggerama. Buusii gochuudhaaf donate.jw.org ilaali.

Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasoonni barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan ammayyaatiin qophaaʼe keessaa kan fudhatamanidha. Barreeffamni kun lakkoofsa baraa warra Awurooppaatti fayyadama.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi