Beenjaamiin Buusrooyid—Hayyuu Kitaaba Qulqulluu Ofiin Of Barsiise
Nama barate ykn nama maatii sooressa keessaa dhalate taʼuu baatus, afaan Ibrootaa ofumaan of barsiisuu fi Kitaabota Qulqulluu irratti qorannaa gochuudhaan, Kitaaba Qulqulluu maqaa Waaqayyoo qabu Ingliffaan qopheesseera.