LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 2156-2157
  • B5 Godoo Qulqulluu fi Luba Ol Aanaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • B5 Godoo Qulqulluu fi Luba Ol Aanaa
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Jabaadhaa Dhaabadhaatii Gocha Waaqayyo Isin Fayyisuudhaaf Raawwatu Ilaalaa!’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
B5 Godoo Qulqulluu fi Luba Ol Aanaa

B5

Godoo Qulqulluu fi Luba Ol Aanaa

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

Qabiyyee Godoo Qulqulluu

  1. 1 Taabota (Bau 25:10-22; 26:33)

  2. 2 Golgaa (Bau 26:31-33)

  3. 3 Utubaa Golgaa (Bau 26:31, 32)

  4. 4 Kutaa Qulqulluu (Bau 26:33)

  5. 5 Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe (Bau 26:33)

  6. 6 Golgaa Balbalaa (Bau 26:36)

  7. 7 Utubaa Golgaa Balbalaa (Bau 26:37)

  8. 8 Miiloo Sibiila Diimaa Uraa Qabuu (Bau 26:37)

  9. 9 Iddoo Aarsaa Ixaanaa (Bau 30:1-6)

  10. 10 Minjaala Daabboo Ilaalchaa (Bau 25:23-30; 26:35)

  11. 11 Baattuu Ibsaa (Bau 25:31-40; 26:35)

  12. 12 Huccuu Dunkaanaa Quncee Talbaa (Bau 26:1-6)

  13. 13 Huccuu Dunkaanaa Rifeensa Reʼee (Bau 26:7-13)

  14. 14 Gogaa Korbeessa Hoolaa (Bau 26:14)

  15. 15 Gogaa Tahaash (Bau 26:14)

  16. 16 Maqaanii (Bau 26:15-18, 29)

  17. 17 Miiloo Meetii Uraa Qabuu fi Maqaanii Jala Oolu (Bau 26:19-21)

  18. 18 Danqaraa (Bau 26:26-29)

  19. 19 Miiloo Meetii Uraa Qabu (Bau 26:32)

  20. 20 Miʼa Bishaanii Sibiila Diimaa (Bau 30:18-21)

  21. 21 Iddoo Aarsaa Aarsaa Gubamuu (Bau 27:1-8)

  22. 22 Mooraa (Bau 27:17, 18)

  23. 23 Balbala (Bau 27:16)

  24. 24 Golgaa Quncee Talbaa (Bau 27:9-15)

Luba Ol Aanaa

Baʼuu boqonnaa 28 irratti uffanni luba ol aanaa Israaʼel balʼinaan ibsameera

  • Marata Mataa (Bau 28:39)

  • Mallattoo Qulqulluu kan Murteeffaman Taʼuu Argisiisu (Bau 28:36; 29:6)

  • Dhagoota Oniiksii (Bau 28:9)

  • Funcaa (Bau 28:14)

  • Kiisii Qomaa Murtoo Waaqayyoo Beekuuf Gargaaruu fi Dhagoota Gatii Guddaa Qaban 12 of Irraa Qabu (Bau 28:15-21)

  • Efuudii fi Sabbata Isaa Isa Dhaʼame (Bau 28:6, 8)

  • Qoloo Bifa Cuquliisaa (Bau 28:31)

  • Bilbilaa fi Romaanota (Bau 28:33-35)

  • Uffata Dheeraa Quncee Talbaa Baʼeessa Taʼe Irraa Bifa Roga Afuriin Dhaʼame (Bau 28:39)

  • Duraa Duuba Yeroo Irratti kan Mulʼatan

  • Godichi ijaaramee xumurame Dh.K.D. 1512

  • Manni Qulqullummaa ni eebbifame Dh.K.D. 1026

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi