LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g18 Lakk. 3 ful. 16
  • Maxxansa Kana Keessatti: Gargaarsa Namoota Gaddi Irra Gaʼeef Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Kana Keessatti: Gargaarsa Namoota Gaddi Irra Gaʼeef Taʼu
  • Dammaqaa!—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2018
  • Seensa
    Dammaqaa!—2018
  • Gaddakoo Dandaʼuuf Maaltu Na Gargaara?
    Namni Jaallattan Yeroo Du’u
  • Gaddi Maal Geessisuu Dandaʼa?
    Dammaqaa!—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2018
g18 Lakk. 3 ful. 16
Namichi gadda irra jiru tokko barruu Dammaqaa! kana dubbisuudhaan jajjabina yommuu argatu

GARGAARSA NAMOOTA GADDI IRRA GAʼEEF TAʼU

Maxxansa Kana Keessatti: Gargaarsa Namoota Gaddi Irra Gaʼeef Taʼu

  • MIIDHAA GUDDAA GADDI GEESSISU

    Gaddi miidhaa akkamii geessisuu dandaʼa? Namoonni gaddi irra gaʼe jajjabinni kan isaan barbaachisu maaliifi?

  • GADDI MAAL GEESSISUU DANDAʼA?

    Mata dureen kun gadda ilaalchisee dogoggora jiruu fi miirawwan beekamoo yeroo gaddaatti namatti dhagaʼaman tokko tokko ibsa. Gadda irra kan jirtu taanaan miirawwan garaa garaa hedduun akka sitti dhagaʼaman hubadhu.

  • GADDA KEE DANDAMACHUUF TARKAANFIIWWAN AMMA FUDHACHUU DANDEESSU

    Gadda si irra gaʼe dandamachuuf tarkaanfiiwwan si fayyadan akkamii fudhachuu dandeessa? Mata dureen kun gorsawwan namoota hedduu gargaaranii fi ogummaa yeroon itti hin darbine irratti hundaaʼan qabateera.

  • GARGAARSA HUNDA IRRA CAALUU FI NAMOOTA GADDI IRRA GAʼEEF TAʼU

    Maddi jajjabinaa namoonni hedduun yeroo gaddi cimaan isaan irra gaʼetti jajjabina irraa argatan maal akka taʼee fi siinis akkamitti si gargaaruu akka dandaʼu dubbisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi