LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g20 Lakk. 1 ful. 3
  • Ni Dhiphattaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ni Dhiphattaa?
  • Dammaqaa!—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Haala Dhiphisaa Mana Barumsaatti Na Mudatu Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 1ffaa
  • Dhiphinni Maalidha?
    Dammaqaa!—2020
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2020
  • Dhiphina Moʼuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
    Dammaqaa!—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2020
g20 Lakk. 1 ful. 3
Dubartiin bakka hojiitti dhiphatte takka mataa ishii gadi qabdee gaddaan yommuu lafa ilaaltu.

DHIPHINARRAA BOQONNAA ARGADHU

Ni Dhiphattaa?

“Namni kamiyyuu hamma tokko ni dhiphata, ani garuu dhiphinaan liqimfameera. Wanti na dhiphisu rakkina guddaa tokko qofa miti; kanaa mannaa haalawwan adda addaa hedduu wajjin walʼaansoo gochaan jira; abbaa manaa koo isa karaa qaamaa fi sammuu dhukkubsatu kunuunsuudhaan waggoota hedduu dabarseera.”—Jiil.a

“Haati manaa tiyya na dhiistee waan deemteef, kophaa koo ijoollee lama guddisuun qaba ture. Abbaa qeenxee taʼuun baayʼee ulfaataadha. Kana malees, hojii koorraa kanan ariʼame yeroo taʼu, qarshii gaʼaa ittiin konkolaataa koo suphisiisus argachuu hin dandeenye. Maal gochuu akkan qabu hin beekun ture. Dhiphinni na liqimsee ture. Of ajjeesuun dogoggora akka taʼe sirriittan beeka; kanaafuu Waaqayyo akka na ajjeesun kadhadhe.”—Baarii.

Atoo akkuma Jiilii fi Baarii yeroo tokko tokko dhiphinaan ni liqimfamtaa? Taanaan, mata dureewwan kanatti aananii jiran akka si jajjabeessanii fi si gargaaran ni abdanna. Mata dureewwan kun wantoota dhiphinaaf sababa taʼan, dhiphinni dhiibbaa nurratti gochuu kan dandaʼu akkamitti akka taʼee fi dhiphinarraa hamma tokko boqonnaa argachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsu.

a Maqaawwan jijjiiramaniiru.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi