LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g21 Lakk. 1 ful. 3
  • Ogummaa Jireenyaa fi Gammachuu Argamsiisu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ogummaa Jireenyaa fi Gammachuu Argamsiisu
  • Dammaqaa!—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2021
  • Gammachuu Argachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Ogummaa Dhugaan Sagalee Ishii Ol Kaastee Iyyiti
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
Dammaqaa!—2021
g21 Lakk. 1 ful. 3
Dubartiin takka kaaffee daandii irra jiruu fi Hindi keessatti argamu jala teessee wanta dubbiste irratti yaadaa jirti.

Ogummaa Jireenyaa fi Gammachuu Argamsiisu

“Rakkoowwan addunyaa kanneen akka waraanaa, hiyyummaa fi dhukkubaa jiran, akkasumas miidhaa ijoollee irra gaʼu yommuun argu baayʼeen gadda; taʼus abdiin akka jiru beeka.”—RAANII.a

Raaniin waaʼee uumaa keenyaa isa hundumaa dandaʼuu fi madda ogummaa dhugaa taʼee beekuun ishii gammachuu dhugaa ishiidhaaf argamsiiseera. Mata dureewwan kanatti aananii jiran yommuu dubbistu barumsawwan ibsaman gama armaan gadiitiin kan si fayyadan akkamitti akka taʼe hubadhu:

  • Maatii gammachuu qabu horachuuf

  • Namootaa wajjin walitti dhufeenya gaarii qabaachuuf

  • Gammachuu argachuuf

  • Sababa rakkinnii fi duuti itti jiraate beekuuf

  • Abdii amansiisaa qabaachuuf

  • Uumaa keenya beekuu fi isatti dhihaachuuf

Uumaan keenya ogummaa isaa kan kennu namoota muraasaaf qofa utuu hin taʼin, namoota ogummaa isaa barbaadan hundumaaf akka taʼes ni baratta.

a Maqaawwan barruu kana keessa jiran jijjiiramaniiru.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi