Seensa
Teknoolojiin gooftaa moo tajaajilaa kee ti? Namoonni hedduun meeshaalee elektiroonikii isaanii toʼachaa akka jiran dubbatu; garuu haalli isaa akkas miti. Teknoolojiin karaa isaan matumaa hin hubanneen, karaa isaan hin barbaanneen illee namoota irratti dhiibbaa gochuu dandaʼa.