LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g23 Lakk. 1 ful. 16
  • Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti
  • Dammaqaa!—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2023
  • Seensa
    Dammaqaa!—2023
  • Waaqayyo Lafti Badiisarraa Akka Ooltu Waadaa Galeera
    Dammaqaa!—2023
  • Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2023
g23 Lakk. 1 ful. 16
Aarri warshaalee keessaa baʼu qilleensa faalaa jira.

Xuanyu Han/Moment via Getty Images

Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti

Lafti balaadhaaf saaxilamteetti.

Maarree, badiisarraa ooluu ni dandeessii? Moo nu fudhattee baddi? Mata dureewwan armaan gadii dubbisuudhaan wanta lafarra gaʼaa jiruu fi sababiin abdiidhaan itti eeggannu maal akka taʼe barachuu dandeessa.

Lafti gara fuulduraatti maal taati?

  • Bishaan Qulqulluun

  • Garbi

  • Bosonni

  • Qilleensi

CAALAATTI BARADHU

Dubartiin takka Kitaaba Qulqulluu madardaraarraa fudhachaa jirti.

Namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman abdii Kitaaba Qulqulluu namoonni lafarra gammachuudhaan barabaraaf akka jiraatan ibsurratti amantii guutuu qabu. Viidiyoo Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Taʼuu Isaa Akkamitti Beekna? jedhamu jw.org irraa ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi