LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • yp2 ful. 56-57
  • Jijjiiramoota Si Mudatan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jijjiiramoota Si Mudatan
  • Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jijjiirama Saala Lammeessoo Akkamittan Dandamadha?
    Gaaffii Dargaggootaa
  • Jijjiiramnin Qaama Koorratti Argu Maalidha?
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Ijoolleen Keessan Jijjiirama Umurii Dargaggummaa Wajjin akka Wal Baran Gargaaraa
    Dammaqaa!—2016
  • Yesuus Tajaajila Isaa Jalqabuu Isaa Dura
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
Dabalataan Ilaaluuf
Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
yp2 ful. 56-57

KUTAA 2

Jijjiiramoota Si Mudatan

Akkaataan qaamni kee itti guddachaa jiru sitti hin toluu?

□ Eeyyee □ Lakki

Jijjiiramni umurii saal-lammeessoorratti si mudate kophummaan ykn sodaan akka sitti dhagaʼamu godheeraa?

□ Eeyyee □ Lakki

Waaʼee saala faallaa yaaduudhaan saʼaatii dheeraa ni dabarsitaa?

□ Eeyyee □ Lakki

Gaaffilee oliitiif “Eeyyee” isa jedhurratti mallattoo gooteetta taanaan hin dhiphatin; kun rakkina akka qabdu kan argisiisu miti. Dhugaan isaa kanadha: Jijjiiramni qaamaa fi miiraa umurii dargaggummaarratti si mudatu gammachuu fi dhiphinni, akkasumas miirri garaa garaa akka sitti dhagaʼamu godha. Yeroo hundumaa gaʼeessa taʼuu akka barbaaddu beekamaadha; taʼus amma adeemsi gara gaʼeessummaatti geessu jalqabeera; tarii adeemsi kun sodaachisaa taʼuu dandaʼa. Boqonnaan 6-8 jijjiiramoota jireenya kee keessatti si mudatan dandamachuuf si gargaara.

[Fakkii guutuu fuula 56, 57rra jiru]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi