KUTAA 7
Miira Kee
Yaadawwan armaan gadii keessaa miira sitti dhagaʼamu caalaatti kan ibsu isa kami?
□ Aarii koo toʼachuun na rakkisa.
□ Homtuu naaf hin milkaaʼu, wanta sirrii taʼe tokkollee raawwachuu hin dandaʼu.
□ Yeroo hundan gadda. Jireenya kootti hin gammadu.
□ Waaʼee saala faallaa yaaduu dhiisuu hin dandeenye.
□ Yeroo tokko tokko namoonni saala akka kootii qaban na hawwatu.
Yaadawwan olitti ibsaman keessaa isa kamiyyuu yoo filatte abdii hin kutatin. Boqonnaan 26-29 miirri kee akka si hin toʼanne gochuuf miira kee toʼachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe beekuuf si gargaara.
[Fakkii guutuu fuula 216, 217rra jiru]