LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • yp2 ful. 287
  • Nama Fakkeenya Taʼu​—Asaaf

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Nama Fakkeenya Taʼu​—Asaaf
  • Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Gaʼaa Kooti!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Yihowaan Fayyina Akka Argannuuf Nu Eega
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Qaamni Jireenya Keessan Keessatti Bakka Guddaa Qabu Eenyu?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
yp2 ful. 287

Nama Fakkeenya Taʼu​—Asaaf

Asaaf jireenya isaa keessatti rakkinni isa mudatee ture. Namoonni naannoo isaa jiraatan seera Waaqayyoo kan cabsan taʼus rakkinni kan isaanirra gaʼu hin fakkaatu. Kanaan kan kaʼes, Asaaf Waaqayyoon gammachiisuuf carraaqqii gochuun gatii qabaachuu isaa shakkee ture. “Dhuguma iyyuu, garaa koo qulqulluu kanan godhe, harka koos qulqullummaadhaan kanan dhiqadhe akkanumaan ture” jedheera. Haa taʼu malee, dhimmicharratti gadi fageenyaan erga yaadee booda ilaalcha isaa jijjiire. Gammachuun hamoonni argatan kamiyyuu yeroodhaaf qofa kan turu akka taʼe hubateera. Asaaf murtoo akkamiirra gaʼeree? Faarfannaa isaarratti Yihowaadhaan, ‘Lafa irratti si malee homaa hin barbaadu’ jedheera.—Faarfannaa 73:3, 13, 16, 25, 27.

Tarii atis darbee darbee ulaagaalee Waaqayyo baase hordofuun faayidaa kan qabu taʼuu isaa ni shakkita taʼa. Garuu akkuma Asaaf wanta alaan mulʼaturratti qofa xiyyeeffachuu mannaa, haala namoonni seera Yihowaa hin eegne keessatti argamanirrattis yaadi. Dhuguma nagaa qabuu? Iccitii gammachuu namoonni Waaqayyoof amanamoo taʼan hin beekne qabuu laata? Dhimma kanarratti gadi fageenyaan erga yaaddee booda, akkuma Asaaf, “Waaqayyotti dhihaachuun anaaf gaarii dha” jechuuf akka kakaatu hin shakkisiisu.—Faarfannaa 73:28.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi