LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • bt ful. 95
  • “Hafuura Qulqulluudhaan Ergaman”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Hafuura Qulqulluudhaan Ergaman”
  • Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Yerusaalemiin Barumsa Keessaniin Guuttaniittu”
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
  • ‘Gufuu Tokko Malee, Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo Lallabuu’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
  • ‘Obboloota Deebinee haa Daawwannu’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
  • ‘Bakka Namoonni Walgaʼanittii fi Manaa Gara Manaatti Barsiisuu’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
Dabalataan Ilaaluuf
Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
bt ful. 95
Barnaabaas mormitoota gara jabeeyyii taʼaniin magaalaa Anxokiyaa Phisiidiyaa keessaa yommuu ariʼamu.

KUTAA 4 • HOJII ERGAMOOTAA 13:1–14:28

“Hafuura Qulqulluudhaan Ergaman”

HOJII ERGAMOOTAA 13:4

Kutaa kana keessatti adeemsa misiyoonummaa Phaawulos isa tokkoffaa ilaalla. Phaawulos magaalota adda addaa keessatti ariʼatamni isa irra gaʼeera. Taʼus, hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee dhugaa baʼuu fi gumiiwwan haaraa hundeessuu isaa itti fufee ture. Seenaa kana qoʼachuun keenya tajaajila keenya hinaaffaadhaan raawwachuuf nu kakaasa.

Bara 1945 Kaanaadaatti mormitoonni aaran Dhugaa Baatota Yihowaa yommuu sossodaachisan.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi