LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ll kutaa 2 ful. 6-7
  • Waaqni Dhugaan Eenyu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqni Dhugaan Eenyu?
  • Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kutaa 2
    Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
  • Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Ekeraan Namoota Kanaan Dura Lafarra Jiraatanii Duʼan Miti
    Ekeraan Namoota Du’anii Si Gargaaruu Yookiin Si Miidhuu Danda’uu? Dhugumaanoo Jiruu?
  • Waaqayyo Eenyu?
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
Dabalataan Ilaaluuf
Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu
ll kutaa 2 ful. 6-7

KUTAA 2

Waaqni Dhugaan Eenyu?

Yihowaan teessoo isaa isa samii irra taa’ee uumamawwan isaa warra samiirra jiranii fi lafarra jiran ilaalaa jira

Waaqni dhugaa tokko qofadha; maqaansaas Yihowaa jedhama. (Faarfannaa 83:18, NW) Inni Hafuura waan taʼeef isa arguu hin dandeenyu. Inni nu jaallata; nuyis akka isa jaallannu barbaada. Namoota kaanis akka jaallannu barbaada. (Maatewos 22:35-40) Inni Waaqa Hundumaa Dandaʼuufi Uumaa wantoota hundaati.

Uumamawwan Waaqayyo jalqaba uume keessaa inni tokko qaama hafuuraa humna guddaa qabu siʼa taʼu, innis yeroo booda Yesus Kiristos jedhameera. Yihowaan ergamootas uumeera.

Yihowaan wantoota samii keessa jiraniifi . . . lafarra jiran hunda uumeera. Mulʼata 4:11

Yihowaan urjiiwwan, lafaafi wantoota lafarratti argaman hunda uumeera.—Uumama 1:1.

Waaqayyo nama jalqabaa kan taʼe Addaamiin biyyoo lafaarraa tolche.—Uumama 2:7.

  • Yihowaadhaaf ulfina kennuu kan qabnu maaliifi?—Isaayaas 42:5.

  • Amalawwan Waaqayyoo warri tokko tokko maalfaʼi?—Baʼuu 34:6.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi