LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mb barumsa 1
  • Barumsa 1

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barumsa 1
  • Barumsa Macaafa Qulqulluukoo
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Akkaataa Billaachi Kaabeej Waayit Jedhamu Baallee Isaa Boca Qubee Vtiin Diriirsu
    Qaamni Kana Tolche Jiraa?
  • Godaansa Billaacha Moonaark
    Qaamni Kana Tolche Jiraa?
Barumsa Macaafa Qulqulluukoo
mb barumsa 1

Barumsa 1

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

Mulʼata 4:11

Lafa eenyutu uume?

Galaana eenyutu uume?

Anaafi siin eenyutu uume?

Billaacha bareedaa eenyutu tolche?

Yihowaatu uume hundumaa bareechee.

GILGAALA

Mucaakeetiif dubbisi:

Mulʼata 4:11

Mucaankee wantoota kana akka sitti argisiisu gaafadhu:

Urjoota Duumessa Aduu

Bidiruu Lafa Mana

Galaana Billaacha

Mucaakee gaafadhu:

Maqaan Waaqayyoo eenyu?

Yihowaan eessa jiraata?

Inni maalfaa uume?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi