FAARFANNAA 41
Maaloo Kadhannaa Koo Naa Dhagaʼi
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
1. Faarfannaan koo haa tolu sitti.
Yaa Waaqa koo anis kan kee ti.
Hunda caala maqaan kee guddaan.
(BUUSAA)
Yihowaa maaloo sin kadhadha.
2. Galatoomi guyyaa harʼaatiif;
Lubbuu kootiif, na geggeessuu keef.
Waan naa yaadduuf baayʼeen gammada.
(BUUSAA)
Yihowaa maaloo sin kadhadha.
3. Fedha koo ti waan sirrii gochuun.
Na gargaari jiraachuuf ifaan.
Na jabeessi baʼaa koon baadha.
(BUUSAA)
Yihowaa maaloo sin kadhadha.
(Dabalataan, Bau. 22:27; Far. 106:4; Yaq. 5:11 ilaali.)