LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 60
  • Lubbuu Isaanii ni Oolchina

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Lubbuu Isaanii ni Oolchina
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Lubbuu Isaanii ni Oolchina
    Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Dhagaʼi, Ajajami, ni Eebbifamta
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Dhugaa kan Ofii Godhadhu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Cimaa, Isin Dhugaa Baatonni!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 60

FAARFANNAA 60

Lubbuu Isaanii ni Oolchina

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Hisqiʼel 3:17-19)

  1. 1. Guyyaan dheekkamsaa

    akka dhufu dhiheenyatti

    Ni lallabna yeroo

    heyyamame kanatti.

    (BUUSAA)

    Lubbuu namaa ni oolchina;

    Nutis ittiin fayyina.

    Ajajamnaan ni jiraatu;

    Kanaaf hundumaatt’ haa himnu;

    Haa himnu.

  2. 2. Ergaa himnu qabna;

    namoota hundaan geenya.

    Dhufanii Waaqaa wajjin

    haa araaramani.

    (BUUSAA)

    Lubbuu namaa ni oolchina;

    Nutis ittiin fayyina.

    Ajajamnaan ni jiraatu;

    Kanaaf hundumaatt’ haa himnu;

    Haa himnu.

    (CEESISA)

    Daddafnee haa lallabnu;

    Baratanii haa fayyani.

    Itt’ himna, ni barsiisna;

    Bishaan jireenyaa obaasna.

    (BUUSAA)

    Lubbuu namaa ni oolchina;

    Nutis ittiin fayyina.

    Ajajamnaan ni jiraatu;

    Kanaaf hundumaatt’ haa himnu;

    Haa himnu.

(Dabalataan, 2 Sen. 36:15; Isa. 61:2; His. 33:6; 2 Tas. 1:8 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi