LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 137
  • Dubartoota Amanamoo

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dubartoota Amanamoo
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Obboleettota Deggeraa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • Dubartootaaf Ilaalcha Yihowaan Qabu Qabduu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • Obboleettonni Dargaggoonni, Kiristiyaanota Bilchina Qabdan Taʼaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Kaayyoo Yihowaa Keessatti Dubartoonni Gahee Akkamii Qabu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 137

FAARFANNAA 137

Dubartoota Amanamoo

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Roomaa 16:2)

  1. 1. Asteer, Maariyaam, Ruut, Saaraa fi warri kaan,

    Dubartoota ogummaa qaban turan.

    Amanamootaa fi Waaqaaf kan bulan.

    Dubartoota kana maqaadhaan beekna.

    Kaanis jiru, beekuu baannus maqaa;

    Amanamoo turan kan jaallatan Waaqa.

  2. 2. Gaarummaan, ija jabinniif jaalalli,

    Amalawwan kun hunda gammachiisu;

    Dubartoota kana nu yaadachiisu.

    Fakkeenya gaarii turan, isaan jajna.

    Harʼas dubartoonni Kiristiyaanaa,

    Amanamummaadhaan nuuf taʼu fakkeenya.

  3. 3. Haadha, intala, niitii, obboleettii

    Taatanii fedhaan gaʼee keessan baatu.

    Waaqni ʼsin jaallata hin sodaatinaa;

    Gad of deebistu, garaadhaa bitamtu.

    Yaa obbolaa, Waaqni isin faana;

    Amantiidhaan cimtu, badhaasa argattu.

(Dabalataan, Filp. 4:3; 1 Xim. 2:9, 10; 1 Phe. 3:4, 5 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi