LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CA-brpgm17 ful. 3-4
  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
  • Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2016-2017—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqa Isa Isin Jaallatu Jaalladhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2006
  • ‘Akka Obbolootaatti Wal Jaallachuu Keessan Itti Fufuuf’ Murteessaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • ‘Barataa Yesuus Jaallatu’ Irraa Barumsa Argannu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • ‘Waaqa Keessan Jaalladhaa’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2016-2017—Kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
CA-brpgm17 ful. 3-4

Gaaffiiwwan Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu:

  1. Ajajni hunda irra caalu isa kami? Barbaachisaa kan taʼe hoo maaliifi? (Mat. 22:37, 38; Mar. 12:30)

  2. Addunyaa jaallachuu irraa of eeguu wajjin haala wal qabateen milkaaʼina argachuu kan dandeenyu akkamitti? (1 Yoh. 2:15-17)

  3. Warri kaan ‘maqaa Yihowaa akka jaallatan’ barsiisuu kan dandeenyu akkamitti? (Isa. 56:6, NW; 56:7)

  4. Jaalala obbolummaa isa fakkeessaa hin qabneen obboloota keenya akka jaallannu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? (1 Yoh. 4:21)

  5. Warri, ijoolleen isaanii Yihowaa akka jaallatan barsiisuu kan dandaʼan akkamitti? (Kes. 6:4-9)

  6. Yihowaan michuu keessan isa hunda caalu akka taʼu gochuu kan dandeessan akkamitti? (1 Yoh. 5:3)

  7. Jaalala Yihowaadhaaf qabdan eeggachuu fi haaromsuu irratti milkaaʼina argachuu kan dandeessan akkamitti? (Mul. 2:4, 5)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi