LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • rr ful. 100-101
  • Yihowaan Abdii Kenne ni Raawwata—Bara Duriitti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Abdii Kenne ni Raawwata—Bara Duriitti
  • Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Abdii Kenne ni Raawwata—Yeroo Ammaatti
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Saanduqawwan
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • “Anis Garaa Tokko Isaaniif Nan Kenna”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Waaqeffannaa Dhugaan Gammachuu Siif Argamsiisa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
rr ful. 100-101

SAANDUQA 9A

Yihowaan Abdii Kenne ni Raawwata​—Bara Duriitti

  • Maatiin Israaʼelota taʼan tokko ayyaana Faasikaa yommuu kabajan.

    1. Waaqeffannaa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu irraa bilisa taʼe

  • Israaʼel keessatti namoonni firii muka wayinii yommuu walitti qaban.

    2. Biyya misoomtuutti deebiʼuu

  • Aarsaa mana qulqullummaa Yerusaalem keessatti iddoo aarsaa irratti gubachaa jiru.

    3. Aarsaawwan fudhatama qaban Yihowaadhaaf dhiheessuu

  • Izraanii fi dhiironni kan biroon seera Yihowaa sabicha yommuu barsiisan.

    4. Dhiironni amanamoon dursa fudhatanii akka geggeessan gochuu

  • Israaʼelota ayyaana kabajuuf gara Yerusaalem deemaa jiran.

    5. Mana qulqullummaa Waaqayyoo keessatti tokkummaadhaan waaqeffachuu

Gara boqonnaa 9, keeyyata 15-19tti deebiʼi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi