LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 162
  • Fedha Hafuuraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fedha Hafuuraa
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
  • Lallabuuf Qophaaʼuu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Barumsa 3
    Barumsa Macaafa Qulqulluukoo
  • Lallabuuf Qophaaʼuu
    Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
  • Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 162

FAARFANNAA 162

Fedha Hafuuraa

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Maatewos 5:3)

  1. 1. Hundumtuu fedha qaba

    Kaayyoo jireenyaa baruuf.

    Qajeelummaan deddeebiʼuuf,

    Dubbiikee barachuuf.

    Salphaadhaan hin argamu

    Garuu hin jijjiiramu

    Nuuf kenneera abdii dhugaa,

    An nan baha ragaa.

    (BUUSAA)

    Faarsuu Yihowaa sumaan?

    Gammadeera, ifaan deemnaan.

    Hin sassatu lubbuukoo,

    Siin amanadheera.

    Guutuuf kutadhe

    Fedha hafuuraa.

  2. 2. Yeroon na barbaachisa

    Adda baasuuf dhugaasaa.

    Cimsachuudhaaf amantiikoo

    Isatu na baasa.

    Kan morman hedduu taʼus,

    Nan kadha isaaniifis.

    Ni argatu nagaa sammuu,

    Hin dhiphatan lamuu.

    (BUUSAA)

    Faarsuu Yihowaa sumaan?

    Gammadeera, ifaan deemnaan.

    Hin sassatu lubbuukoo,

    Siin amanadheera.

    Guutuuf kutadhe

    Fedha hafuuraa.

    Faarsuu Yihowaa sumaan?

    Gammadeera, ifaan deemnaan.

    Hin sassatu lubbuukoo,

    Siin amanadheera.

    Guutuuf kutadhe

    Fedha hafuuraa.

    Faarsuu Yihowaa sumaan?

    Gammadeera, ifaan deemnaan.

    Hin sassatu lubbuukoo,

    Siin amanadheera.

    Guutuuf kutadhe

    Fedha hafuuraa.

(Dabalataanis Mat. 5:6; 16:24; Isa. 40:8; Fr. 1:1, 2; 112:1; 119:97; 2 Xim. 4:4 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi