Ittiin Lixa
Maal Sitti Fakkaata?
Yaada beekamaa taʼe kana irraa faayidaa argachuu dandeessaa?
“Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate.”—Yohannis 3:16.
Maxxansi Masaraa Eegumsaa kun Yesus dhiphachuu fi duʼuun isaa akkamitti akka si fayyaduu dandaʼu ibsa.