LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Caamsaa ful. 3
  • Warra Kaaniif Kadhachuun Yihowaa ni Gammachiisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Warra Kaaniif Kadhachuun Yihowaa ni Gammachiisa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Dhukkuba Isaa Irraa Isa Fayyiseera
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
  • “Balleessaa Malee Jiraachuu Koo Irraa hin Deebiʼu!”
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
  • Jechoota Gaarummaa Argisiisaniin Warra Kaan Jajjabeessaa!
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Iyoob Maqaa Yihowaatiif Ulfina Guddaa Kenneera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Caamsaa ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | IYOOB 38-42

Warra Kaaniif Kadhachuun Yihowaa ni Gammachiisa

Yihowaan, Iyoob Eliifaaz, Biildaadii fi Zofaariif akka kadhatu irraa eega ture

42:7-10

Iyoob waaʼee isaaniitiif yommuu kadhatu Eliifaaz, Biildaadii fi Zofaar immoo aarsaa dhiheessaa jiru
  • Yihowaan, Eliifaaz, Biildaadii fi Zofaar gara Iyoob dhaqanii aarsaa gubamu akka dhiheessan isaan ajaje

  • Iyoob isaaniif kadhachuu qaba ture

  • Iyoob erga isaaniif kadhatee booda eebba argateera

Yihowaan, Iyoob amantii waan argisiisee fi jabaatee waan dhaabateef guddaa isa eebbiseera

42:10-17

  • Iyoob fayyaan isaa isaaf deebiʼee

    Yihowaan, Iyoob rakkina irraa walaba akka taʼuu fi fayyaa isaa deebisee akka argatu godheera

  • Warri kaan Iyoobiin jajjabeessaa jiru

    Iyoob rakkina isa irra gaʼe hundaaf michootaa fi firoota isaa irraa jajjabina argateera

  • Hoolota baayʼee

    Yihowaan qabeenya Iyoob dhabee ture dachaa lama gochuudhaan isaaf deebiseera

  • Iyoobii fi haati manaa isaa ijoollee isaanii wajjin

    Iyoobii fi haati manaa isaa dabalataan ijoollee kudhan godhataniiru

  • Iyoobii fi haati manaa isaa maatii isaanii isa balʼaa wajjin

    Iyoob sana booda waggaa 140 kan jiraate siʼa taʼu, hanga dhaloota afuriitti ijoollee ijoollee isaa argeera

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi