LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Caamsaa ful. 6
  • Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Balʼinaan Ibsan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Balʼinaan Ibsan
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Dubbataman Yesuus Masiihicha Taʼuu Isaa Mirkaneessuu?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Yesus Kiristos—Masiihii Isa Abdachiifame
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • Masiihicha Argataniiru!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Raajiiwwan Masiihicha Ilaalchisee Dubbataman Tokko Tokko
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Caamsaa ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 19-25

Raajiiwwan Waaʼee Masiihichaa Balʼinaan Ibsan

CAQASA

RAAJII

RAAWWII ISAA

Faarfannaa 22:1

Waaqayyo kan isa dhiise fakkaata

Maatewos 27:46; Maarqos 15:34

Faarfannaa 22:7, 8

Utuu muka irratti fannifamee jiruu isatti gaʼisama

Maatewos 27:39-43

Faarfannaa 22:16

Muka irratti mismaaraan rukutama

Maatewos 27:31; Maarqos 15:25; Yohaannis 20:25

Faarfannaa 22:18

Uffata isaa irratti muka buufatu

Maatewos 27:35

Faarfannaa 22:22

Maqaa Yihowaa labsuu irratti dursa fudhata

Yohaannis 17:6

Namichi Yesuusitti gaʼisu yommuu isa kabalu; booda immoo inni muka dhiphinaa irratti fannifamee yeroo namoonni gaddan
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi