LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Adoolessa ful. 3
  • Yihowaa Isa Kadhata Namaa Dhagaʼu Jajadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaa Isa Kadhata Namaa Dhagaʼu Jajadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaachuu
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • Waaqayyo Biratti Fudhatama Argachuuf Kadhachuu Keessan Itti Fufaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Adoolessa ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 60-68

Yihowaa Isa Kadhata Namaa Dhagaʼu Jajadhaa

Waadaa Yihowaadhaaf galtan raawwachuuf kadhadhaa

61:1, 8

  • Waadaa galle ilaalchisee kadhannaa dhiheessuun murtoo waadaa galle eeguuf goone nuuf cimsa

  • Waaqayyoof of murteessuun waadaa galle hunda irra kan caalu dha

[Fakkii fuula 3⁠rra jiru]

Hannah

Wanta garaa keessan keessa jiru kadhannaadhaan Yihowaa duratti dhangalaasuudhaan akka isatti amanamtan argisiisaa

62:8

  • Kadhannaa gaarii dhiheessuun miira keenya ibsuu dabalata

  • Wanta kadhannu adda baasnee caqasuun keenya deebii Yihowaan kennu beekuuf nu gargaara

[Fakkii fuula 3⁠rra jiru]

Yesuus

Yihowaan kadhannaa namoonni qajeeloo taʼan hundi dhiheessan ni dhagaʼa

65:1, 2

  • Yihowaan kadhannaa ‘namoonni foon uffatanii’ fi garaadhaa isa beekuu, akkasumas fedha isaa raawwachuu barbaadan hundi dhiheessan ni dhagaʼa

  • Yeroo kamitti iyyuu Yihowaatti kadhannaa dhiheessuu ni dandeenya

[Fakkii fuula 3⁠rra jiru]

Qorneelewos

Dhimmawwan ani kadhannaa koo keessatti caqasuu barbaadu:

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi