LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Adoolessa ful. 5
  • Sabni Yihowaa Waaqeffannaa Dhugaatiif ni Hinaafa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sabni Yihowaa Waaqeffannaa Dhugaatiif ni Hinaafa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqeffannaa Dhugaadhaaf Kan Hinaaftan Taʼaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • ‘Wantoota Sana Namoota Amanamoo Taʼaniitti Imaanaadhaan Kenni’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Gaaffii Dubbistootaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • Tibba Ayyaana Yaadannoo Kanatti Hinaaffaa Yihowaa fi Yesus Qaban Ni Argisiistuu?
    Tajaajila Mootummaa—2015
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Adoolessa ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 69-73

Sabni Yihowaa Waaqeffannaa Dhugaatiif ni Hinaafa

Hinaaffaan nuti waaqeffannaa dhugaatiif qabnu ifatti mulʼachuu qaba

69:9

  • Daawit jireenya isaa guutuu Yihowaadhaaf akka hinaafu argisiiseera

  • Daawit mormii ykn arrabsoo maqaa Yihowaa irratti kaʼe kam iyyuu callisee hin ilaalle

Maanguddoonni dargaggoonni hinaaffaa akka qabaatan gargaaruu ni dandaʼu

71:17, 18

  • Barreessaan faarfannaa kanaa (tarii Daawit taʼuu dandaʼa) dhaloota dhufu jajjabeessuuf fedhii akka qabu dubbateera

  • Warrii fi Kiristiyaanonni muuxannoo qaban dargaggoota leenjisuu ni dandaʼu

Hinaaffaa qabaachuun keenya Mootummichi ilmaan namootaatiif maal akka godhu namootatti himuuf nu kakaasa

72:3, 12, 14, 16-19

  • Lakkoofsa 3​—Namni hundi nagaa ni qabaata

  • Lakkoofsa 12​—Warri gadadamoon gargaarsa hin qabne ni oolchamu

  • Lakkoofsa 14​—Kan humnaan nama irratti kaʼu hin jiraatu

  • Lakkoofsa 16​—Nama hundaaf midhaan baayʼee irraa hafaatu jiraata

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi