LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Muddee ful. 8
  • Karaa Sirrii hin Taaneen Aangootti Fayyadamuun Aangoo Nama Dhabsiisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Karaa Sirrii hin Taaneen Aangootti Fayyadamuun Aangoo Nama Dhabsiisa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Adabni Jaalala Waaqayyo Nuuf Qabu Argisiisa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Kana Beektaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Muddee ful. 8

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ISAAYAAS 17-23

Karaa Sirrii hin Taaneen Aangootti Fayyadamuun Aangoo Nama Dhabsiisa

Shebnaan mana Hisqiyaas Mootichaa keessatti taʼuu dandaʼa, ‘hojii mana mootummaa kan adeemsisu’ ture. Mootichatti aanee aangoo kan qabu isa waan tureef, wanta hedduutu isa irraa eegama ture.

Shebnaan bakka itti awwaalamu akka ijaaran namoota ajaje

22:15, 16

  • Shebnaan kunuunsa saba Yihowaatiif barbaachisu gochuu qaba ture

  • Ofittummaadhaan kakaʼee ulfina argachuu barbaade

22:20-22

  • Yihowaan Shebnaan Eliyaaqimiin akka bakka buufamu godheera

  • Eliyaaqimiif “gooftummaa inni ittiin mana Daawit banu” kennameefii ture; kun immoo aangoo argisiisa

Mee Yaadi: Shebnaan aangoo isaa namoota kaan gargaaruuf akkamitti itti fayyadamuu dandaʼa ture?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi