BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ERMIYAAS 29-31
Yihowaan Kakuu Haaraan Akka Hundeeffamu Dursee Raajii Dubbateera
Isa Bifa Maxxansaan Jiru
Yihowaan, faayidaa bara baraa akka argamsiisuuf jecha kakuun Seerichaa kakuu haaraadhaan akka bakka buufamu dursee raajii dubbateera.
KAKUU SEERICHAA |
KAKUU HAARAA |
|
---|---|---|
Yihowaa fi saba Israaʼel |
KAN IRRATTI HIRMAATAN |
Yihowaa fi Israaʼeloota hafuuraa |
Musee |
ARAARSAA |
Yesuus Kiristoos |
Aarsaa horiitiin |
HOJII IRRA KAN OOLE |
Aarsaa Yesuusiin |
Gabateewwan dhagaa irratti |
KAN BARREEFFAME |
Garaa namootaa irratti |