Seensa
Waaqayyo ilmaan namootaatiif eebbawwan akkamii kennuuf waadaa galeera? Dubbii isaatti amanamuu ni dandeessaa? Mata dureewwan itti aanan abdiiwwan Waaqayyo kenne tokko tokko ibsu, abdiiwwan kanatti amanuu kan dandeessu maaliif akka taʼes ni addeessu, akkasumas eebbawwan abdachiifaman kana argachuudhaan akkamitti gammachuu argachuu akka dandeessu ibsu.