LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Ebla ful. 2
  • Tokkummaa fi Garaagarummaa Ayyaana Faasikaa fi Ayyaana Yaadannoo

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Tokkummaa fi Garaagarummaa Ayyaana Faasikaa fi Ayyaana Yaadannoo
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Kun Yaadannoodhaaf Isiniif Haata’u’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Faasikaan Maali Dha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Gaaffii Dubbistootaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • Faasikaan Yesuus Yeroo Xumuraatiif Kabaje Ni Dhihaate
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Ebla ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 26

Tokkummaa fi Garaagarummaa Ayyaana Faasikaa fi Ayyaana Yaadannoo

26:18

Hoolaa Ayyaana Faasikaa, maxinoo, biqiltuu urgooftuu hadhaa’uu fi wayinii

Wantoonni lakkoofsaan kaaʼaman maal akka taʼan ibsi.

1

2

3

4

Wantoota kana keessaa kan Irbaata Gooftaa irrattis faayidaa irra oolan isaan kami?

KANA BEEKTAA?

Ayyaanni Faasikaa Ayyaana Yaadannootiif gaaddidduu taʼuu baatus, wantoonni Ayyaana Faasikaa irratti raawwataman tokko tokko barumsa hedduu nuuf qabataniiru. Fakkeenyaaf, Phaawulos ergamaan Yesuusiin ‘hoolaa Faasikaa keenya’ jedhee isa waameera. (1Qo 5:7) Akkuma dhiigni hoolaa balbala irratti dibamee ture lubbuu oolche, dhiigni Yesuusis lubbuu namootaa kan oolchu dha. (Bau 12:12, 13) Akkasumas lafeen hoolaa Ayyaana Faasikaa hin cabsamu ture. Haaluma wal fakkaatuun, akka aadaatti namoonni duʼaan adabaman lafeen isaanii kan cabsamu taʼus, lafeen Yesuus tokko illee hin cabsamne.—Bau 12:46; Yoh 19:31-33, 36.

Yesuus Irbaata Gooftaa hundeesseera
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi