LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Fulbaana ful. 7
  • Yeroo fi Humna Kee Gumaacha Gochuu Dandeessaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo fi Humna Kee Gumaacha Gochuu Dandeessaa?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Hojii Ijaarsaa Irratti Gargaarsa Godhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Ijaarsa Dhibee Daddarbaan Jalqabuu Isaa Dura Milkaaʼinaan Xumurame
    Buusiin Gootan Faayidaa Irra Oolaa Kan Jiru Akkamitti?
  • Hojii Ijaarsaa Yihowaaf Ulfina Fidu
    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!
  • Hojii Ijaarsaa Lallabuuf Nu Gargaaru
    Buusiin Gootan Faayidaa Irra Oolaa Kan Jiru Akkamitti?
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Fulbaana ful. 7

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yeroo fi Humna Kee Gumaacha Gochuu Dandeessaa?

Obboleessi tokko hojii ijaarsaa tokko irratti seeqaa ujummoo sibiilaa kutaa jira.

Akkuma Isaayaas raajiidhaan dubbatetti kutaan jaarmiyaa Yihowaa inni lafa irraa haala kanaan dura taʼee hin beekneen caalaatti guddachaa jira. (Isa 54:2) Kun immoo Galmawwan Walgaʼii, Galmawwan Walgaʼii Guguddaa fi gamoowwan waajjira damee haaraa ijaaruu gaafata. Gamoowwan kun erga ijaaramanii booda suphamuun isaan barbaachisa; yeroo booda immoo isaan keessaa tokko tokko haareffamuu qabu. Kun carraawwan yeroo fi humna keenya Yihowaadhaaf itti kenninu akkamii nuuf argamsiisa?

  • Gareen tajaajilaa keenya Galma Walgaʼii akka qulqulleessu yeroo ramadamutti irratti hirmaachuu dandeenya

  • Leenjii Galma Walgaʼii keenya suphuuf kennamu irratti fedhiidhaan hirmaachuu dandeenya

  • Ijaarsa iddoo jireenyaa keenya irraa hin fagaanne irratti hirmaachuuf Foormii Hojii Diizaayinii fi Ijaarsaa Naannoo Irratti Fedhiidhaan Hirmaachuuf Guutamu (DC-50) guutuu dandeenya

  • Foormii Tajaajila Fedhaa (A-19) guutuudhaan Betʼelitti ykn gamoo waajjira damee kaanitti torbee tokkoof ykn isaa oliif fedhiidhaan tajaajiluu dandeenya

VIIDIYOO IJAARSI HAARAAN KAROORFAMEERA—GABAABFAMEE KAN FUDHATAME JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Bara 2014 kaasee viidiyootti baayʼinaan fayyadamaa kan jirru akkamitti akka taʼe ibsi.

  • Viidiyoo waaqeffannaa keenyaaf barbaachisu qopheessuuf ijaarsi akkamii karoorfameera? Hojii ijaarsaa kana jalqabuu fi xumuruuf kan yaadame yoomi?

  • Obboloonni fedhiidhaan of dhiheessan ijaarsa kana irratti gargaarsa gochuu kan dandaʼan akkamitti?

  • Ijaarsa Raamaapootti hojjetamu irratti gargaarsa gochuu yoo barbaanne foormii (DC-50) guutuu fi Hojii Diizaayinii fi Ijaarsaa Naannoo nutti dhihaatu irratti gargaarsa gochuu kan qabnu maaliifi?

  • Ragaan Yihowaan hojii ijaarsaa kana deggeraa akka jiru argisiisu maali dha?

  • Hojii ijaarsaa kana irratti hirmaachuu kan hin dandeenye taʼus, ijaarsa kana deggeruu kan dandeenyu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi