LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 16
  • Dhugaatii Alkoolii Ilaalchisee Murtoo Gaarii Godhi

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dhugaatii Alkoolii Ilaalchisee Murtoo Gaarii Godhi
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kiristiyaanonni Dhugaatii Alkooliitiif Ilaalcha Akkamii Qabaachuu Qabu?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Dhugaatii Alkooliitiif Ilaalcha Waaqayyo Qabu Qabaadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 16

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dhugaatii Alkoolii Ilaalchisee Murtoo Gaarii Godhi

Fakkii viidiyoo ‘Dhugaatii Alkoolii Dhuguu Kee Dura Itti Yaadi’ jedhamu irraa fudhatame. Dhugaatii alkoolii namichi tokko qabate keessaa bofni nama hiddu baʼaa jira.

Dhugaatii alkoolii wajjin haala wal qabateen Kiristiyaanonni hundi of toʼachuu qabu. (Fak 23:20, 29-35; 1Qo 6:9, 10) Kiristiyaanni tokko dhugaatii alkoolii dhuguuf yoo filate, hamma isaa irra darbuu hin qabu. Akkasumas araada alkoolii irraas taʼe namoota gufachiisuu irraa fagaachuu qaba. (1Qo 10:23, 24; 1Xi 5:23) Dhugaatii alkoolii akka dhugu nama kam irratti iyyuu, keessattuu dargaggoota irratti dhiibbaa gochuu hin qabnu.

VIIDIYOO GABATEE ANIMEESHINII ADII DHUGAATII ALKOOLII DHUGUU KEE DURA ITTI YAADI JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Alkoolii dhuguu ilaalchisee Kiristiyaanonni hundi seera kabajuu kan qaban maaliifi?—Rom 13:1-4

  • Namoonni kaan dhugaatii alkoolii akka dhugnu dhiibbaa akka nu irratti godhan heyyamu kan hin qabne maaliifi?—Rom 6:16

  • Dhugaatii alkoolii wajjin haala wal qabateen haala rakkisaa nu mudatu mooʼuu kan dandeenyu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi