LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 14
  • Wanta Tokko Miiraan Kakaatanii Raawwattuu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wanta Tokko Miiraan Kakaatanii Raawwattuu?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barumsa Akka Gaariitti Waliin Haas⁠a⁠ʼuu Ilaalchisee Argannu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Kadhannaadhaan Garaa Keessan Yihowaadhaaf Banaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Abigaayiliifi Daawit
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Hubannaadhaan Tarkaanfii Fudhatteetti
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 14
Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Daawit Abigaayilii fi tajaajiltoota ishii nyaata qabatanii deeman wajjin yommuu wal argu loltoonni isaa akka dhaabbatan ajaje. 2. Abigaayil gad of qabuudhaan jilbeenfattee Daawitiin kadhatte.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wanta Tokko Miiraan Kakaatanii Raawwattuu?

Daawit gaaffii sirrii kan dhiheesse taʼus, Naabaal isaa fi namoota isaa arrabseera (1Sa 25:7-11; ia 89-90 key. 10-12)

Daawit miiraan kakaʼee dhiirota mana Naabaalitti argaman ajjeesuu barbaadee ture (1Sa 25:13, 21, 22)

Abigaayil Daawit dhiiga dhangalaasuu irraa akka of qusatu isa gargaarteetti (1Sa 25:25, 26, 32, 33; ia 92 key. 18)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yommuun aaru, yommuun waa bitu ykn abdii kutadhu yeroo tokko tokko miiraan kakaʼee tarkaanfii nan fudhadhaa? Moo tarkaanfii fudhachuu koo dura takka dhaabbadheen miidhaa inni geessisu irratti yaada?’—Fak 15:28; 22:3.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi