LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Fulbaana ful. 16
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Duula Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Jalqabsiisuu (Fulbaana 1-30)
  • Dhugaa Baʼuu
  • Deddeebii Gaaffii
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Fulbaana ful. 16
Suuraawwan garaa garaa: 1. Hiriyoonni gaaʼelaa tokko nama mana isaa keessa jiru tokkoof birooshura “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” kennaa jiru. 2. Obboleettiin takka birooshurichatti fayyadamtee dubartii tokko Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisaa jirti. 3. Obboleessi tokko birooshura “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” jedhamuun nama maallaqa qabu tokko Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisaa jira.

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Taʼu

Duula Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Jalqabsiisuu (Fulbaana 1-30)

Gaaffii: Bara baraaf gammachuudhaan jiraachuun ni dandaʼamaa?

Caqasa: Fr 37:29

Yeroo Itti Aanuuf: Waadaawwan Kitaaba Qulqulluu keessatti argaman akka dhugooman amanuu ni dandeenyaa?

Dhugaa Baʼuu

Gaaffii: Gorsa gaarii jireenya keenya guyyaa guyyaa keessatti nu gargaaru eessaa arganna?

Caqasa: 2Xi 3:16, 17

Yeroo Itti Aanuuf: Wanta Kitaabni Qulqulluun jedhutti amanuu kan dandeenyu maaliifi?

Deddeebii Gaaffii

Gaaffii: Wanta Kitaabni Qulqulluun jedhutti amanuu kan dandeenyu maaliifi?

Caqasa: Iyo 26:7

Yeroo Itti Aanuuf: Kitaabni Qulqulluun gaaffiiwwan kamfaatiif deebii kenna?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi