LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 12
  • Akka Iyyoob Maqaa Gaarii Qabdaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akka Iyyoob Maqaa Gaarii Qabdaa?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Yihowaa Abdadhu”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Iyoob Maqaa Yihowaatiif Ulfina Guddaa Kenneera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • “Balleessaa Malee Jiraachuu Koo Irraa hin Deebiʼu!”
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
  • Yihowaan Dhukkuba Isaa Irraa Isa Fayyiseera
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 12
Iyyoob dubartii hiyyeettii fi intala ishiitiif karra magaalattii irratti nyaata kennaa jira.

Iyyoob namoota rakkatanitti jaalala amanamaa argisiisaa jira

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Akka Iyyoob Maqaa Gaarii Qabdaa?

Olloonni Iyyoob isa kabaju turan (Iyo 29:7-11)

Iyyoob namoota rakkatanitti jaalala amanamaa argisiisuudhaan beekamaa ture (Iyo 29:12, 13; w02-AM 5/15 22 key. 19; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Iyyoob qajeelummaa fi haqa ni argisiisa ture (Iyo 29:14; it-1-E 655 key. 10)

Suuraawwan: Obboleettiin shamarree taate tokko warra kaan gargaaraa jirti. 1. Yommuu waliin deemanitti obboleettii maanguddoo tokko deggeraa jirti. 2. Obboleettiin kan biraa tokko immoo miira ishii yommuu ibsitu dhaggeeffachaa jirti. 3. Ishiinii fi obboleettiin kan biraa tokko dubartii saree qabattee deemaa jirtuuf yommuu dhugaa b⁠a⁠ʼan. 4. Mana ishiitti keessummootaaf nyaata yommuu dhiheessitu.

Maqaa gaarii qabaachuun iddoo guddaa qaba. (w09-AM 2/1 15 key. 3-4) Yeroo baayʼee maqaa gaarii kan qabaannu yeroo dheeraadhaaf amala gaarii yoo argisiisnedha.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Amalawwan koo isaan kamiinan beekama?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi