Seensa
Wantoonni yeroo ammaatti taʼaa jiran badiisni addunyaa akka dhihaate argisiisuu? Taanaan, badiisa addunyaa kanatti dhufu irraa ooluuf wanti gochuu dandeenyu jiraa? Badiisa addunyaa booda maaltu taʼa? Mata dureewwan maxxansa kana keessatti argaman deebii Kitaabni Qulqulluun gaaffiiwwan kanaaf kennu ibsu.