LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp24 Lakk. 1 ful. 16
  • Yeroo Harʼaatti Qajeelfama Amansiisaa Taʼe Eessaa Argachuu Dandeessa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo Harʼaatti Qajeelfama Amansiisaa Taʼe Eessaa Argachuu Dandeessa?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Public)—2024
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ijoolleen Keessan Yommuu Guddatan Waaqayyoon ni Tajaajiluu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • Umrii Dargaggummaatti Filannaa Ogummaarratti Hundaaʼe Gochuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Wanta Sirrii fi Dogoggora Taʼe: Qajeelfama Namoonni Baayʼeen Hordofan
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Public)—2024
  • Wanta Sirrii fi Dogoggora Taʼe: Kitaabni Qulqulluun Qajeelfama Amansiisaa Kenna
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Public)—2024
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Public)—2024
wp24 Lakk. 1 ful. 16
Dargaggeessi mata dureewwan darbanirratti mu⁠⁠l⁠ʼatu daandii gara gaaraatti geessurra dhaabbatee kaartaa ilaalaa jira. Fuuldurasaatii mallattooleen kallattii adda addaa argisiisan hedduun jiru; fageenyarraas fiixeen gaaraa ni mu⁠⁠l⁠ʼata.

Yeroo Harʼaatti Qajeelfama Amansiisaa Taʼe Eessaa Argachuu Dandeessa?

Addunyaa saffisaan jijijjiiramaa jiru kana keessatti filannaan gootu buʼaa gaarii akka argamsiisu mirkanaaʼaa taʼuu kan dandeessu akkamitti? Wanti harʼa sirrii akka taʼetti ilaalamu boru dogoggora akka taʼetti akka hin ilaalmne mirkanaaʼaa taʼuu kan dandeessu akkamitti?

Kitaabni Qulqulluun filannaa yoomiyyuu itti hin gaabbine gochuuf si gargaara. Kun taʼuu kan dandaʼu akkamitti? Kitaaba Qulqulluu kan nuu kenne Uumaa keenyadha; innimmoo wanta gammachuu fi nagaa dhugaa nuuf argamsiisuu beeka.

“Inni wanta gaarii taʼe sitti himeera.”—Miikiyaas 6:8.

Ogummaa Kitaaba Qulqulluu keessatti argamu amanuu ni dandeenya. Ogummaan kun “ammas taʼe bara baraaf yeroo hundumaa [amansiisaa] dha.”—Faarfannaa 111:8.

Kitaabni Qulqulluun addunyaa jijijjiiramaa jiru kana keessatti kan si gargaaru akkamitti akka taʼe ofuma keetiin maaliif hin qortu?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi