LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ijwcl mataduree 26
  • “Callee Gatii Guddaa Qabu” Argataniiru

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Callee Gatii Guddaa Qabu” Argataniiru
  • Kitaabni Qulqulluun Jireenya Namootaa ni Jijjiira
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Garaan Keessan Qabeenya Hafuuraa Irratti Akka Xiyyeeffatu Godhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatan
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
  • “Dubbii Koo Dhagaʼaa, Hubadhaas”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • “Fakkeenyaan Malee Isaanitti hin Dubbatu Ture”
    “Kottuutii Duuka Buutuu Koo Taʼi”
Dabalataan Ilaaluuf
Kitaabni Qulqulluun Jireenya Namootaa ni Jijjiira
ijwcl mataduree 26

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

“Callee Gatii Guddaa Qabu” Argataniiru

Yesuus Mootummaan Waaqayyoo rakkoowwan ilmaan namootaa hundaaf furmaata akka kennu barsiiseera. (Maatewos 6:10) Maatewos 13:44-46 irratti, gatii guddaa dhugaan Mootummaa Waaqayyoo qabu ibsuuf fakkeenya lama dubbateera:

Fakkiiwwan: Namoota lamaan fakkeenya Yesuus keessatti caqasaman. 1. Nama maasii isaa qotaa jiruu fi wanta argate dinqisiifannaadhaan ilaalaa jiru. 2. Nama kan biraa callee qabatee fi seeqaa jiru.
  • Namni maasii isaa keessa hojjechaa ture tokko akkuma tasaa qabeenya guddaa maasii keessa dhokfame argate.

  • Daldalaan calleewwan gaggaarii barbaadaa ture tokko callee gatii guddaa qabu tokko argate.

Namoonni kun lamaanuu qabeenya guddaa argatan sana bitachuuf gammachuudhaan wanta qaban hundumaa gurguraniiru. Namoonni kun namoota Mootummichaaf bakka guddaa kennanii fi eebba isaa argachuuf aarsaawwan guguddaa kaffalan kan argisiisani dha. (Luqaas 18:29, 30) Viidiyoo kana keessatti, seenaa namoota lamaa fakkeenya Yesuus keessatti caqasaman wajjin wal fakkaatu qabanii akka daawwattu si jajjabeessina.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi