LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ijwfq mataduree 27
  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Dubartoota Lallaban Qabuu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Dubartoota Lallaban Qabuu?
  • Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqayyo Dubartoonni Kabaja Akka Argatan Barbaada
    Masaraa Eegumsaa: Waaqayyo Dubartoonni Kabaja Akka Argatan Barbaada
  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Dubartoota Waaʼee Amantii Barsiisan Qabuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Kaayyoo Yihowaa Keessatti Dubartoonni Gahee Akkamii Qabu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
ijwfq mataduree 27

Dubartoota Lallaban Qabduu?

Eeyyee. Dhugaa Baatonni Yihowaa hundi, dubartoota miliyoonaan lakkaaʼaman dabalatee lallabdoota ykn tajaajiltoota dha. Akkuma Macaafa Qulqulluu irratti dursee dubbatame, “dubartoonni warri misraachoo himan sun macca guddaa” dha.—Faarfannaa 68:11.

Dubartoonni Dhugaa Baatota Yihowaa taʼan fakkeenya dubartoota Macaafa Qulqulluu keessatti caqasamanii hordofu. (Fakkeenya 31:10-31) Gumii keessatti kan hin geggeessine taʼus, bakkeetti tajaajila irratti guutummaa guutuutti hirmaatu. Seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluus ijoollee isaanii barsiisu. (Fakkeenya 1:8) Dubbii isaaniitiinis taʼe gocha isaaniitiin dubartoonni Dhugaa Baatota Yihowaa taʼan waan gaarii hojjechuuf yaalu.—Tiitoos 2:3-5.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi