Ibsa Dabalataa
^ [1] (keeyyata 8) Efesoon 4:15, 16 (NW): “Kanaa mannaa dhugaa dubbachuudhaan, wanta hundumaan gara isaatti, jechuunis gara Kiristoos isa mataa taʼeetti jaalalaan haa guddannu. Qaamni hundi isa buʼuura godhachuudhaan buusaawwan wanta barbaachisu hundumaa isaaf kennaniin wal taʼuudhaan walitti hidhameera. Kutaan qaamaa hundi akka gaariitti yommuu hojii isaa hojjetu, qaamni sun akka guddatuu fi jaalalaan akka of ijaaru gochuu irratti gumaacha godha.”