Ibsa Dabalataa
^ [2] (keeyyata 12) Namoonni armaan gadiis walitti buʼiinsa uumame nagaadhaan furaniiru: Yaaqoob, Esaawuu wajjin (Uma. 27:41-45; 33:1-11), Yoseef, obboloota isaa wajjin (Uma. 45:1-15), akkasumas Giidewon, namoota Efreemii wajjin (Abo. 8:1-3) nagaa uumaniiru. Tarii atis fakkeenya kanaa wajjin wal fakkaatuu fi Kitaaba Qulqulluu keessatti argamu kan biraa ni yaadatta taʼa.