Miiljalee Kun agadaa qamadiin ykn garbuun erga haamamee booda maasii keessatti hafu kan argisiisu dha.