Miiljalee Ykn., “Battoo.” Miʼa akka akaafaa muka irraa hojjetamuu fi midhaan ittiin ol darbatanii qulleessuuf gargaaru.