Miiljalee Muka guddaa hamma meetira 15tti guddatu. Mukti kun baala magariisaa fi damee daaraa fakkaatu qaba.