LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Kitaabni barumsaa doktar Deeniiz Hoormaniin qophaaʼee fi Modern Blood Banking and Transfusion Practices jedhu akka ibsetti, namni dhiiga fudhachuu isaatiin ykn ulfi gadameessa keessa waan jiruuf ykn qaamni nama kan biraa irraa fudhatame yaalii baqaqsanii hodhuutiin yommuu bakka isaaf buufamu, nama siluma iyyuu qaamni isaa dhukkubsateef dhiigni yoo kenname yeroo booda taʼu illee seeliin dhiiga diimaa mancaʼuun isaa hin oolu. Haalawwan akkasii keessatti farri dhukkubaa (antibodie) qaamni dhiiga isaaf kenname akka hin fudhanne godhu, “tooftaalee qorannoo yaalii fayyaa beekamoo dhiigni kennamuu isaa dura taasifamaniin adda baasanii beekuun hin dandaʼamu.” Akka barreeffamni Daileyʼs Notes on Blood jedhamu ibsetti, seeliiwwan dhiiga diimaa mancaʼuun isaanii, “dhiigni dhiiga nama dhukkubsatee sanaa wajjin wal hin simne xinnoon illee . . . kun mudachuu dandaʼa. Kaleen hojii yommuu dhaabu, xurii dhiiga keessa jiru baasuu waan hin dandeenyeef, namni dhukkubsate sun suutuma suuta summaaʼaa deema.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi