Miiljalee
b Barreeffamni Journal of Clinical Oncology Hagayya 1988 akkas jedheera: “Namoonni kaansariidhaan qabamanii fi dhiiga malee yaaliin baqaqsanii hodhuu isaaniif godhame, carraan namoota yaalii baqaqsanii hodhuu dura dhiiga fudhatan caalaa bayyaannachuuf qaban guddaa dha.”