Miiljalee
c Kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamurraa, barumsawwan Macaafa Qulqulluu gurguddaa taʼanirratti odeeffannoo dabalataa argachuu dandeessa. Kitaaba kana Dhugaa Baatota Yihowaarraa kaffaltii malee argachuu ykn Weeb saayitii www.jw.org jedhamurraa dubbisuu ni dandeessa.