Miiljalee
c Qorichi tokko tokko, dhibeen xannacha taayirooyidii, infeekshiniifi dhukkuboonni muraasni hoʼa qaamaafi dafqa geessisuu dandaʼu. Kanaaf, hoʼi qaamaafi dafqi nama mudate mallattoo laguun dhaabachuuf akka jedhu argisiisu akka taʼetti yaaduu dura wantoota akkasiirraa bilisa akka taʼan mirkaneeffachuun gaariidha.