Miiljalee
d Ogeessonni fayyaa, rakkina ennaa laguun dhaabachuuf jedhu mulʼatu hirʼisuuf, dawaa addaddaa kanneen akka hormoonii, qoricha nyaata bakka buʼuufi dhiphina sammuu hirʼisuuf gargaaran ajajuu dandaʼu taʼa. Taʼus, barruun Dammaqaa! qoricha ykn yaalii fayyaa gosa kana fudhadhaa jedhee hin dubbatu.