LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Jechi afaan Giriikii “dhiphate” jedhamee hiikame (eemibriimaa’oomaayi) jecha dhukkuba cimaa namatti dhaga’amu ibsurraa kan fudhatamedha. Hayyuun Macaafa Qulqulluu tokko, “Hiikni jechi asirratti ibsame kun qabu, miirri baay’ee nama dhukkubsu Yesusiin dirqisiisee garaasaatii akka ba’e argisiisa” jechuudhaan dubbataniiru. Jechi “raafame” jedhus, jecha afaan Giriikii (taaraasoo) jeeqamuu argisiisurraa kan fudhatamedha. Akka namni galmee qopheessan tokko jedhanitti, jechi kun “jeequmsa miiraa guddaa . . . dhukkubaafi gadda geessisu” kan argisiisudha. Jechi “imimmaan isaa dhangalaase” jedhummoo jecha afaan Giriikiirraa (daakriiyoo) kan dhufe si’a ta’u, hiika “imimmaan dhangalaasuu, calluma jedhanii bo’uu” jedhu kan qabudha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi